Hawaasni Oromoo Melbourne Qophii walitti dhufeenyaa godhatee ture irratti Guraadhala 10 bara 2024, ijoollee Oromoo Qubee Afaan Oromoo Marsaa duraa xumurataniif Waraqaa ragaa kenne. Obbo Almaayyoo ...
Ijoolleen Oromoo Qubee Afaan Oromoo barachuun eenyummaa isaanii fi aadaa isaanii akka baratan isaan gargaara. Maatii warra isaanii waliin yeroo wal argagan afaan Oromoon dubbisuu fi jaalala qabaniif ...