Gaazexeessaa buleessa kan ta’an Obbo Huseen Badhaasoo umurii ijoollummaan hadhaa jiruun ilmaa namaa qabu dhandhaman. Mudannoo waa’ee jireenyasaanii yoo himan, “nan gabroome, na tuman ijoollummaa ...
" Irreechi nagaa dha, Irreechi Araaraa, Irreechi miidhagina," kan jedhan obbo Olumaa Qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa ti. Qophii har'aa keessatti akka odeeffatnetti obbo Daanyee fi obbo Olumaan ...